Bara Motumma Hayile Silaasee Oromoo Walloo midhaa Ira Gahe

Midhaa ummta wallo Irragahee

                Midhaa ummta walloo irragahee
Midhaa ummta walloo irragahee

Mootummaan Hayila-sillaasee, 1958-1959tti, mirga isaanii waan falmataniif, Oromoo Walloo naannoo Daawwee, Karra Qoree fi Dhummunggaa miidhaa guddaa irraan gahe. Oromoo gooticha Hasan Ammeen hogganamee lolatutti Hauyila sillaaseen humna waraanaa

isaa Ameerikaaniin lola kooriyaatiif leenjiste ilmaan

Oromoodhiibbaa irra gahaa jirtu falmatanitti d Humni isaa

Jeneraal Abbabaa Gammadaatiin hogganamu kun, xinnaa fi

guddaa, dhiiraa fi dhalaa utuu hin jedhin balaa diinummaa Oromoo Daawwee irraan gahe.

Midhaa ummta walloo irragahee

 Kanaanis fincilicha dhaamsuu hin dandeenye. Kanaafuu karaa hoggantoota amantii araaraan qabee to’atnoo isaa jala galchuu toofteeffate. Kanaan jaarsummaa Alii Dullattii itti erguun nagaan harka yoo laatan homtuu akka irra hin geenyee fi gaaffiin isaanii akka guutamuuf waadaa seeneef. Goototni Daawwees dhugaa itti fakkaatee harka kennan. Haayila sillaaseen waadaa seene ganee namoota 700 ol fixe. Gadaa Melba fuula 121) Kanneen nagaaf harka kennatan keessaa Magaalaa Karra Qoree keessattis namoota 70 yaa’ii ummataa keessatti gara jabinaan fannisiise.

Midhaa ummta walloo irragahee

 Jarreen fannifaman garuu ummatni Oromoo qabsoo bittaa alagaa jalaa bahuuf

gochaa jiru daran akka itti fufuu qabu dhaamsa ‘ekeraa’dhaammatanii xoofoo du’aa unatan,

Keessattuu hogganaa fincila sanaa kan tahe gootichi Hasan Ammee finyoo mootummaa H/Sillaasee lubbuu isaa baasuuf jettu jala dhaabbatee “yaa Oromoo qabsoo faallaa faashistii Amaaraa gochaa jirtu hin dhaabin!” jechuun dhaammate.

Midhaa ummta walloo irragahee

 Godaannisni gochaa mootummaa H/sillaasee kun sammuu Oromoo, keessattu kan Daawwee keessaa kan hin haqamne ta’uu walaloon Oromoo naannoo Daawwee ni callaqqisiisa . Walalchis: ‘Kamisee hin bu’in, Kamiseen kan cubbuu Gooticha Hasan Ammee Kamisa baate lubbuun’ jedhu. Mootummaan H/Sillaasee adaba inni Hasanfaa irratti fudhatu ilaaluun, ummatni naannoo akka inni jiilutti kamisa gaafa gabaa guddaa yaa’ii ummataa keessatti fannise.

 Miidhaa Bara Hayile-silase Moototn habashaa darabee sirna bittaakolonii Minilikitti wal furan marti qiyyaafatnoon isaanii uummata Oromoo irratti Gama kaaniin garuu maalummaa mootummichaa kan addeessuu fi jaalala ummatichaaf akka hin qabne kan mul’isu ta’a. Mootummaan Hayila-sillaasee keessatti dalagaa farrummaa Oromoo irratti raawwatamaa turan keessaa tokko baasii gibiraa ol kaasuu dha. “Irboo”, “Asraata” k.k.fn moggaasee ittin qabeenyaa Oromoo saamaaOromiyaa Koloneeffachuuf Carraa Warri Habashaa Argatan

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Scroll to Top